Salmos 88

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa (GAZ)

1 Yaa Waaqayyo, Waaqa na fayyiftu,

2 Kadhannaan koo fuula kee duratti haa dhiʼaatu;

3 Lubbuun koo rakkinaan guutamteertii;

4 Ani warra boolla keessa buʼanitti nan lakkaaʼame;

5 Ani akka nama gorraʼamee awwaala keessa ciisuutti,

6 Ati boolla gad fagoo keessa,

7 Dheekkamsi kee ulfaatee narra ciiseera;

8 Michoota koo narraa fageessiteerta;

9 Iji koo gaddaan dadhabeera.

10 Ati dinqii kee warra duʼanitti ni argisiiftaa?

11 Jaalalli kee awwaala keessatti,

12 Dinqiiwwan kee dukkana keessatti,

13 Yaa Waaqayyo, ani garuu akka ati na gargaartuuf // gara keetti nan iyyadha;

14 Yaa Waaqayyo, ati maaliif na gatta?

15 Ani ijoollummaa kootii jalqabee rakkadhee duʼuu gaʼeen ture;

16 Dheekkamsi kee narra yaaʼe;

17 Isaan guyyaa guutuu akkuma lolaa bishaanii na marsu;

18 Michoota koo fi warra na jaallatan narraa fudhatteerta;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado

Estude este capítulo no WhatsApp

Peça à IA da Bíblia Fala para explicar Salmos 88, comparar traduções ou montar um estudo — tudo direto pelo WhatsApp.