Salmos 30

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa (GAZ)

1 Yaa Waaqayyo, sababii ati ol na fuutee

2 Yaa Waaqayyo Waaqa ko,

3 Yaa Waaqayyo, ati lubbuu koo siiʼoolii baafte;

4 Isin qulqulloonni isaa, faarfannaadhaan Waaqayyoon jajadhaa;

5 Dheekkamsi isaa hamma liphsuu ijaa ti;

6 Anis yommuun nagaa argadhetti,

7 Yaa Waaqayyo, ati jaalala keetiin

8 Yaa Waaqayyo, ani sin waammadha;

9 “Duʼuu koo keessaa, boolla buʼuu koo keessaas

10 Yaa Waaqayyo na dhagaʼi; na maaris;

11 Ati booʼicha koo shuubbisuutti geeddarte;

12 kunis akka lubbuun koo faarfannaadhaan si jajattuu fi // akka isheen hin calʼisneefii dha.

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado

Estude este capítulo no WhatsApp

Peça à IA da Bíblia Fala para explicar Salmos 30, comparar traduções ou montar um estudo — tudo direto pelo WhatsApp.