Salmos 90

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa (GAZ)

1 Yaa Gooftaa, ati dhaloota hunda keessatti

2 Utuu tulluuwwan hin dhalatin

3 Atis, “Yaa ilmaan namootaa, biyyootti deebiʼaa”

4 Fuula kee duratti waggaan kumni tokko,

5 Ati hirriba duʼaatiin namoota haxooftee balleessita;

6 margi sun ganama ganama bayyanatu illee

7 Aariin kee nu fixeera;

8 Yakka keenya fuula kee dura,

9 Barri keenya hundinuu dheekkamsa keetiin dhumeeraatii;

10 Dheerinni bara keenyaa waggaa torbaatama,

11 Humna aarii keetii eenyutu beeka?

12 Akka nu garaa ogummaadhaan guutame qabaannuuf,

13 Yaa Waaqayyo, deebiʼi! Kun hamma yoomiitti taʼa?

14 Akka nu bara keenya guutuu gammannee ililchinuuf,

15 Hamma baayʼina guyyoota ati nu miite sanaa,

16 Hojiin kee tajaajiltoota keetti,

17 Eebbi Waaqa keenya Gooftichaa nurra haa buʼu;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado

Estude este capítulo no WhatsApp

Peça à IA da Bíblia Fala para explicar Salmos 90, comparar traduções ou montar um estudo — tudo direto pelo WhatsApp.