Eclesiastes 3

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa (GAZ) vs NVI

Sair da comparação
NVI Nova Versão Internacional
1 Wanni hundinuu yeroo qaba;
1 Para tudo há uma ocasião, e um tempo para cada propósito debaixo do céu:
2 Dhalachuuf yeroo qaba; duʼuufis yeroo qaba;
2 tempo de nascer e tempo de morrer, tempo de plantar e tempo de arrancar o que se plantou,
3 ajjeesuuf yeroo qaba; fayyisuufis yeroo qaba;
3 tempo de matar e tempo de curar, tempo de derrubar e tempo de construir,
4 booʼuuf yeroo qaba; kolfuufis yeroo qaba;
4 tempo de chorar e tempo de rir, tempo de prantear e tempo de dançar,
5 dhagaa bittinneessuuf yeroo qaba; walitti qabuufis yeroo qaba;
5 tempo de espalhar pedras e tempo de ajuntá-las, tempo de abraçar e tempo de se conter,
6 barbaaduuf yeroo qaba; barbaaduu dhiisuufis yeroo qaba;
6 tempo de procurar e tempo de desistir, tempo de guardar e tempo de lançar fora,
7 tarsaasuuf yeroo qaba; hodhuufis yeroo qaba;
7 tempo de rasgar e tempo de costurar, tempo de calar e tempo de falar,
8 jaallachuun yeroo qaba; jibbuufis yeroo qaba;
8 tempo de amar e tempo de odiar, tempo de lutar e tempo de viver em paz.
9 Hojjetaan tokko dadhabbii isaa irraa buʼaa maalii argata?
9 O que ganha o trabalhador com todo o seu esforço?
10 Ani baʼaa Waaqni namoota irra kaaʼe argeera.
10 Tenho visto o fardo que Deus impôs aos homens.
11 Inni waan hunda yeruma isaatti miidhagsee tolcheera. Akkasumas yaada baraa baraa garaa namootaa keessa kaaʼe. Taʼus isaan waan Waaqni jalqabaa hamma dhumaatti hojjete beekuu hin dandaʼan.
11 Ele fez tudo apropriado a seu tempo. Também pôs no coração do homem o anseio pela eternidade; mesmo assim este não consegue compreender inteiramente o que Deus fez.
12 Ani akka namootaaf bara jireenya isaanii keessa wanni gammaduu fi waan gaarii hojjechuu caalu tokko iyyuu hin jirre nan beeka.
12 Descobri que não há nada melhor para o homem do que ser feliz e praticar o bem enquanto vive.
13 Tokkoon tokkoon namaa nyaatee dhugee buʼaa hojii isaa hundatti gammaduun kennaa Waaqaa ti.
13 Descobri também que poder comer, beber e ser recompensado pelo seu trabalho, é um presente de Deus.
14 Ani akka wanni Waaqni hojjetu hundi bara baraan jiraatu beeka; wanni tokko illee itti hin dabalamu; wanni tokko iyyuus irraa hin fudhatamu. Waaqni akka namoonni isa sodaataniif waan kana godha.
14 Sei que tudo o que Deus faz permanecerá para sempre; a isso nada se pode acrescentar, e disso nada se pode tirar. Deus assim faz para que os homens o temam.
15 Wanni amma jiru kam iyyuu duraanuu tureera;
15 Aquilo que é, já foi, e o que será já foi anteriormente; Deus investigará o passado.
16 Anis aduudhaa gaditti waan biraa nan arge; kunis:
16 Descobri também que debaixo do sol: No lugar da justiça havia impiedade, no lugar da retidão, ainda mais impiedade.
17 Ani garaa koo keessatti akkana jedheen yaade;
17 Pensei comigo mesmo: O justo e o ímpio, Deus julgará a ambos, pois há um tempo para todo propósito, um tempo para tudo o que acontece.
18 Ani amma illee akkana jedhee garaa koo keessatti nan yaade; “Waaqni akka isaan akkuma bineensotaa taʼuu isaanii arganiif ilmaan namaa qora.
18 Também pensei: Deus prova os homens para que vejam que são como os animais.
19 Wanni nama irra gaʼu, bineensota irras ni gaʼa; lachan isaanii iyyuu waanuma tokkotu eeggata; akkuma inni tokko duʼu, inni kaanis ni duʼa. Hundi isaanii hafuuruma tokko qabu; namni bineensa caalaa faayidaa argatu tokko illee hin qabu. Wanni hundinuu faayidaa hin qabu.
19 O destino do homem é o mesmo do animal; o mesmo destino os aguarda. Assim como morre um, também morre o outro. Todos têm o mesmo fôlego de vida; o homem não tem vantagem alguma sobre o animal. Nada faz sentido!
20 Isaan hundi idduma tokko dhaqu; hundinuu biyyoo irraa dhufan; hundinuus biyyootti deebiʼu.
20 Todos vão para o mesmo lugar; vieram todos do pó, e ao pó todos retornarão.
21 Akka hafuurri namaa ol baʼee hafuurri bineensaa immoo lafa keessa seenu eenyutu beeka?”
21 Quem pode dizer se o fôlego do homem sobe às alturas e se o fôlego do animal desce para a terra?
22 Kanaafuu ani sababii wanni sun ixaa isaa taʼeef akka namaaf wanni hojii isaatti gammaduu caalu tokko iyyuu hin jirre nan arge. Akka inni waan isa duubaan taʼu arguuf eenyutu isa fiduu dandaʼa?
22 Por isso concluí que não há nada melhor para o homem do que desfrutar do seu trabalho, porque esta é a sua recompensa. Pois, quem poderá fazê-lo ver o que acontecerá depois de morto?

Ler em outra tradução

Comparar com outra

Estude este capítulo no WhatsApp

Peça à IA da Bíblia Fala para explicar Eclesiastes 3, comparar traduções ou montar um estudo — tudo direto pelo WhatsApp.