Naum 1

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa (GAZ)

1 Raajii waaʼee Nanawwee dubbatame. Kitaaba mulʼata Naahoom Elqooshicha.

2 Waaqayyo Waaqa hinaafuu fi Waaqa haaloo baʼuu dha;

3 Waaqayyo dheekkamuuf hin jarjaru; humni isaa immoo guddaa dha;

4 Inni galaanatti dheekkamee gogsa;

5 Fuula isaa duratti tulluuwwan ni kirkiru;

6 Eenyutu dheekkamsa isaa dura dhaabachuu dandaʼa?

7 Waaqayyo gaarii dha;

8 Garuu inni lolaa jabaadhaan

9 Wanni isin Waaqayyootti yaaddan maali?

10 Isaan qoraattii keessatti xaxamanii

11 Yaa Nanawwee,

12 Waaqayyo akkana jedha:

13 Ani amma waanjoo isaanii gurmuu keessan irraa nan cabsa;

14 Yaa Nanawwee, Waaqayyo akkana jedhee waaʼee kee ajaja kennee jira:

15 Kunoo, miilli nama oduu gaarii fidu,

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado

Estude este capítulo no WhatsApp

Peça à IA da Bíblia Fala para explicar Naum 1, comparar traduções ou montar um estudo — tudo direto pelo WhatsApp.