Isaías 13

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa (GAZ)

1 Raajii waaʼee Baabilon kan Isaayyaas ilmi Amoos arge:

2 Tulluu homaa itti hin biqilin irratti

3 Ani qulqulloota koo ajajeera;

4 Waca tulluuwwan irraa,

5 Isaan biyya fagoodhaa

6 Waan guyyaan Waaqayyoo dhiʼaateef booʼaa;

7 Kanaafuu harki hundinuu ni laamshaʼa;

8 Sodaan isaan qabata;

9 Kunoo guyyaan Waaqayyoo,

10 Urjiiwwan samiitii fi tuunni isaanii

11 Ani addunyaa kana sababii jalʼina isaatiif,

12 Ani akka namni warqee qulqulluu caalaa gati qabeessa,

13 Kanaafuu ani akka samiiwwan hollatan nan godha;

14 Namni hundinuu akkuma kuruphee adamsamtuu,

15 Namni boojiʼame hundinuu ni waraanama;

16 Daaʼimman isaanii fuuluma isaanii duratti ni cicciramu;

17 Kunoo ani warra Meedee

18 Iddaan isaanii dargaggoota fixxi;

19 Baabilon ulfinni moototaa,

20 Namni ishee keessa hin qubatu;

21 Garuu bineensonni bosonaa achi ciciisu;

22 Waraabessi daʼannoowwan ishee keessaa yuusa;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado

Estude este capítulo no WhatsApp

Peça à IA da Bíblia Fala para explicar Isaías 13, comparar traduções ou montar um estudo — tudo direto pelo WhatsApp.