1 Crônicas 27

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa (GAZ) vs NTLH

Sair da comparação
NTLH Nova Tradução na Linguagem de Hoje 2000
1 Lakkoobsi ijoollee Israaʼel hangafoonni maatii isaanii, ajajjuuwwan kumaa, ajajjuuwwan dhibbaatii fi qondaaltonni isaanii warri waan kutaawwan loltootaa kanneen waggaa guutuu jiʼa jiʼaan hojiitti ramadaman sanaa ilaalu hunda irratti mooticha tajaajilan kanaa dha. Tokkoon tokkoon kutaawwan loltootaa kunis nama 24,000 of keessaa qaba ture.
1 Esta é a lista dos israelitas chefes de famílias e líderes de grupos de famílias e os seus oficiais que prestavam serviço militar no reino. Cada mês do ano um grupo diferente de vinte e quatro mil homens estava de serviço, dirigidos pelo comandante daquele mês. Primeiro mês: Jasobeão, filho de Zabdiel. Ele era do grupo de famílias de Peres, uma parte da Segundo mês: Dodai, descendente de Aoí. Miclote era o seu ajudante no comando. Terceiro mês: Benaías, filho do sacerdote Joiada. Benaías era o líder do grupo chamado “Os Trinta”, e o seu filho Amizabade ficou no lugar dele como comandante desse grupo. Quarto mês: Asael, irmão de Joabe. Depois o seu filho Zebadias ficou no lugar dele. Quinto mês: Samute, descendente de Isar. Sexto mês: Ira, filho de Iques, da cidade de Tecoa. Sétimo mês: Heles, da tribo de Efraim, que era da cidade de Pelom. Oitavo mês: Sibecai, da cidade de Husa, que era do grupo de famílias de Zera, uma parte da tribo de Judá. Nono mês: Abiezer, da cidade de Anatote, no território da tribo de Benjamim. Décimo mês: Maarai, da cidade de Netofa, que era do grupo de famílias de Zera. Décimo primeiro mês: Benaías, da cidade de Piratom, que ficava no território da tribo de Efraim. Décimo segundo mês: Heldai, da cidade de Netofa, que era descendente de Otoniel.
2 Jiʼa jalqabaatiif ajajaan kutaa loltootaa kan duraa Yaashobiʼaam ilma Zabdiiʼeel ture. Kutaa loltoota isaa keessas loltoota 24,000 ture.
2 — ausente —
3 Innis sanyii Faaresii fi hangafa ajajjoota kutaa loltoota hundaa kan jiʼa jalqabaa ture.
3 — ausente —
4 Doodaayi namichi Ahooʼaa ajaja kutaa waraanaa kan jiʼa lammaffaaf ture; Miiqlooti hoogganaa kutaa waraana isaa ture. Kutaan waraana isaas namoota 24,000 of keessaa qaba ture.
4 — ausente —
5 Ajajaan kutaa waraanaa sadaffaan kan jiʼa sadaffaa immoo Benaayaa ilma Yehooyaadaa lubichaa ture. Innis hangafa; kutaan waraana isaa namoota 24,000 of keessaa qaba ture.
5 — ausente —
6 Benaayaa kun isuma warra soddoma keessaa nama jabaa fi ajajaa warra soddoma sanaa ture sanaa dha. Amiizaabaad ilmi isaa immoo ajajaa kutaa waraana isaa ture.
6 — ausente —
7 Jiʼa afuraffaaf ajajaan kuta afuraffaa Asaaheel obboleessa Yooʼaab ture; kan iddoo isaa buʼe immoo ilma isaa Zebaadiyaa dha. Kutaa isaa keessa namoota 24,000 turan.
7 — ausente —
8 Jiʼa shanaffaaf ajajaan kutaa shanaffaa Shamhuuti namicha Yizraa ture. Kutaa isaa keessa namoota 24,000 turan.
8 — ausente —
9 Jiʼa jaʼaffaaf Iiraa ilmi Iqeesh namicha Teqooʼaa sanaa ajajaa jaʼaffaa ture. Kutaa isaa keessa namoota 24,000 turan.
9 — ausente —
10 Jiʼa torbaffaaf Heleez namichi Pheloonaa kan gosa Efreem sun ajajaa torbaffaa ture. Kutaa isaa keessa namoota 24,000 turan.
10 — ausente —
11 Jiʼa saddeettaffaaf Siibekaay namichi biyya Hushaa kan gosa Zaarotaa ajajaa saddeettaffaa ture; kutaa isaa keessa namoota 24,000 turan.
11 — ausente —
12 Jiʼa saglaffaaf Abiiʼezer namicha Anaatootii kan gosa Beniyaam sanattu ajajaa saglaffaa ture; kutaa isaa keessaa namoota 24,000 turan.
12 — ausente —
13 Jiʼa kurnaffaaf Maharaayi namicha Netoof kan gosa Zaaraa sanatu ajajaa kurnaffaa ture. Kutaa isaa keessa namoota 24,000 turan.
13 — ausente —
14 Jiʼa kudha tokkoffaaf ajajaan kudha tokkoffaan Benaayaa namicha Phiraatoon kan gosa Efreem sana ture. Kutaa isaa keessa namoota 24,000 turan.
14 — ausente —
15 Jiʼa kudha lammaffaaf ajajaan kudha lammaffaan Heldaayi namicha Netoof kan gosa Otniiʼeel sana ture. Kutaa isaa keessa namoota 24,000 turan.
15 — ausente —
16 Hangafoonni gosoota Israaʼel:
16 — ausente —
17 gosa Lewwii irratti: Hashabiyaa ilma Qemuuʼeel;
17 — ausente —
18 gosa Yihuudaa irratti: Eliihuu obboleessa Daawit;
18 — ausente —
19 gosa Zebuuloon irratti: Yishmaʼiyaaʼuu ilma Obaadiyaa;
19 — ausente —
20 gosa Efreem irratti: Hoosheeʼaa ilma Azaziyaa;
20 — ausente —
21 walakkaa gosa Minaasee kan Giliʼaad keessa jiraatuu irratti:
21 — ausente —
22 gosa Daan irratti: Azariʼeel ilma Yirooham.
22 — ausente —
23 Daawit sababii Waaqayyo saba Israaʼel akkuma urjiiwwan samiitti baayʼisuuf waadaa galeef dhiira waggaa digdamaatii fi digdamaa gad taʼe hin lakkoofne.
23 O rei Davi não contou os homens que tinham menos de vinte anos, pois Deus havia prometido fazer o povo de Israel tão numeroso como as estrelas do céu.
24 Yooʼaab ilmi Zeruuyaa dhiirota lakkaaʼuu jalqabe malee lakkaaʼee hin fixne; sababii lakkoobsa kanaatiifis dheekkamsi Waaqaa Israaʼelitti dhufe; kanaafuu warri hedaman iyyuu galmee Daawit mootichaa keessatti hin galmeeffamne.
24 Joabe, cuja mãe se chamava Zeruia, começou a fazer um recenseamento, porém não terminou. Deus castigou o povo de Israel por causa desse recenseamento. Por isso, o número total não foi escrito nos registros oficiais do rei Davi. Depósitos do rei: Azmavete, filho de Adiel. Depósitos nos campos, nas cidades, nos povoados e nas fortalezas: Jônatas, filho de Uzias. Trabalhadores do campo: Ezri, filho de Quelube. Plantações de uvas: Simei, da cidade de Ramá. Depósitos de vinho: Zabdi, da cidade de Sefã. Plantações de oliveiras e de figueiras que havia nas planícies de Judá: Baal-Hanã, de Gedera. Depósitos de azeite: Joás. Gado que pastava na planície de Sarom: Sitrai, da cidade de Sarom. Gado que pastava nos vales: Safate, filho de Adlai. Camelos: Obil, que era ismaelita. Jumentas: Jedias, da cidade de Meronote. Ovelhas e cabras: Jaziz, que era de uma tribo hagarita.
25 Azmaawet ilmi Aadiiʼeel shuumii mankuusaa qabeenya mootii ture.
25 — ausente —
26 Ezeriin ilmi Kiluub shuumii qonnaan bultootaa ture.
26 — ausente —
27 Shimeʼiin namichi Raamaatii sun itti gaafatamaa iddoo dhaabaa wayinii ture.
27 — ausente —
28 Baʼaal-Haanaan namichi Gedeeraa sun shuumii mukkeen ejersaatii fi harbuu tabbawwan gaarran gama lixa biiftuutti argamanii ture.
28 — ausente —
29 Shitraayi namichi Shaaroon shuumii karra loonii kan Shaaroonitti bobbaʼuu ture.
29 — ausente —
30 Oobiil namichi gosa Ishmaaʼeel sun shuumii gaalawwanii ture.
30 — ausente —
31 Yaaziiz namichi gosa Aggaar itti gaafatamaa bushaayee ture.
31 — ausente —
32 Yoonaataan eessumni Daawit namichi beekaan barreessaan sun gorsituu ture;
32 Jônatas, tio de Davi, um homem sábio e instruído, era escrivão. Ele e Jeiel, filho de Hacmoni, estavam encarregados da educação dos filhos do rei.
33 Ahiitofel gorsaa mootichaa ture.
33 Aitofel era conselheiro do rei, e Husai, o arquita, era o conselheiro particular do rei.
34 Yehooyaadaan ilmi Benaayaatii fi Abiyaataar iddoo Ahiitofel buʼan.
34 Depois que Aitofel morreu, Abiatar e Joiada, filhos de Benaías, se tornaram conselheiros. Joabe era o comandante do exército do rei.

Ler em outra tradução

Comparar com outra

Estude este capítulo no WhatsApp

Peça à IA da Bíblia Fala para explicar 1 Crônicas 27, comparar traduções ou montar um estudo — tudo direto pelo WhatsApp.