Salmos 98

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa (GAZ)

1 Waaqayyoof faarfannaa haaraa faarfadhaa;

2 Waaqayyo akka fayyisuun isaa beekamu godheera;

3 Inni jaalala isaatii fi amanamummaa isaa

4 Lafti hundinuu Waaqayyoof ililchaa;

5 baganaadhaan faarfannaa galataa,

6 malakataa fi sagalee gaanfaatiin,

7 Galaannii fi wanni isa keessa jiru hundinuu,

8 Lageen harka isaanii haa rurrukutan;

9 isaan fuula Waaqayyoo duratti haa faarfatan;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado

Estude este capítulo no WhatsApp

Peça à IA da Bíblia Fala para explicar Salmos 98, comparar traduções ou montar um estudo — tudo direto pelo WhatsApp.