Salmos 64

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa (GAZ)

1 Yaa Waaqi, yommuu ani iyyadhu sagalee koo dhagaʼi;

2 Marii jalʼootaa duraa,

3 Isaan arraba isaanii akka goraadee qaratan;

4 Isaan riphanii nama yakka hin qabnetti futtaasu;

5 Kaayyoo jalʼinaa irratti wal jajjabeessu;

6 Isaanis jalʼina yaaduudhaan,

7 Waaqni garuu xiyya isaa isaanitti futtaasa;

8 Innis arrabuma isaaniin isaan balleessa;

9 Namoonni hundinuu ni sodaatu;

10 Namni qajeelaan Waaqayyotti gammada;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado

Estude este capítulo no WhatsApp

Peça à IA da Bíblia Fala para explicar Salmos 64, comparar traduções ou montar um estudo — tudo direto pelo WhatsApp.