Salmos 4

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa (GAZ)

1 Yaa Waaqa qajeelumma kootii,

2 Yaa ilmaan namootaa, isin hamma yoomiitti ulfina koo gara salphinaatti deebiftu?

3 Isin akka Waaqayyo warra isaaf bulan ofii isaatiif addaan baafate beekaa;

4 Yeroo aartanitti cubbuu hin hojjetinaa;

5 Aarsaa qajeelummaa dhiʼeessaa;

6 Namoonni, “Eenyutu waan gaarii nu argi argisiisa?” jedhan baayʼee dha;

7 Gammachuu isaan yeroo midhaanii fi daadhiin wayinii isaanii baayʼatutti argatan caalaa,

8 Ani nagaadhaan nan ciisa; nan rafas;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado

Estude este capítulo no WhatsApp

Peça à IA da Bíblia Fala para explicar Salmos 4, comparar traduções ou montar um estudo — tudo direto pelo WhatsApp.