Salmos 138

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa (GAZ)

1 Yaa Waaqayyo, ani garaa koo guutuudhaan sin galateeffadha;

2 Sababii ati maqaa keetii fi dubbii kee waan hundaa olitti guddifteef,

3 Yeroo ani si waammadhetti ati deebii naa kennite;

4 Yaa Waaqayyo, mootonni lafaa hundinuu,

5 Ulfinni Waaqayyoo, guddaadhaatii,

6 Waaqayyo yoo ol fagoo jiraate iyyuu, // nama gad qabame ni ilaala;

7 Ani rakkina keessa jiraadhu iyyuu,

8 Waaqayyo kaayyoo isaa fiixaan naa baasa;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado

Estude este capítulo no WhatsApp

Peça à IA da Bíblia Fala para explicar Salmos 138, comparar traduções ou montar um estudo — tudo direto pelo WhatsApp.