Salmos 130

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa (GAZ)

1 Yaa Waaqayyo, ani boolla gad fagoo keessaa // sitti nan iyyadha;

2 yaa Gooftaa, sagalee koo dhagaʼi.

3 Yaa Waaqayyo, utuu ati cubbuu lakkooftee,

4 Garuu dhiifamni si bira jira;

5 Ani Waaqayyoon nan eeggadha; lubbuun koos isa eeggatti;

6 Eegdota barii lafaa eeggatan caalaa,

7 Yaa Israaʼel, ati Waaqayyoon abdadhu;

8 Inni mataan isaa cubbuu isaanii

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado

Estude este capítulo no WhatsApp

Peça à IA da Bíblia Fala para explicar Salmos 130, comparar traduções ou montar um estudo — tudo direto pelo WhatsApp.