Isaías 53

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa (GAZ)

1 Ergaa keenya eenyutu amane?

2 Inni fuula isaa duratti akkuma biqiltuu kichuu,

3 Inni nama biratti tuffatamee jibbame;

4 Dhugumaan inni dhukkuba keenya fudhate;

5 Inni garuu sababii yakka keenyaatiif waraaname;

6 Hundi keenya akka hoolaa

7 Inni ni cunqurfame; ni dhiphates;

8 Inni cunqursaa fi murtiidhaan fudhatame.

9 Inni goolii kaasuu baatu iyyuu,

10 Taʼus isa dirmammeessuu fi isa dhiphisuun fedhii Waaqayyoo ture;

11 Inni erga lubbuun isaa dhiphatee booddee,

12 Kanaafuu ani gurguddoota gidduutti qooda nan kennaaf;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado

Estude este capítulo no WhatsApp

Peça à IA da Bíblia Fala para explicar Isaías 53, comparar traduções ou montar um estudo — tudo direto pelo WhatsApp.