Isaías 51

Kitaaba Qulqulluu, Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa (GAZ)

1 “Isin warri qajeelummaa duukaa buutan,

2 Abbaa keessan Abrahaamii fi

3 Waaqayyo dhugumaan Xiyoonin ni jajjabeessa;

4 “Yaa uummata koo na dhaggeeffadhaa;

5 Qajeelummaan koo dafee dhiʼaata;

6 Ija keessan gara samiiwwaniitti ol qabadhaa;

7 “Isin warri waan qajeelaa beektan

8 Biliin akka wayyaatti isaan nyaatti;

9 Yaa irree Waaqayyoo, kaʼi; kaʼi! Jabina uffadhu;

10 Inni akka warri furaman ceʼaniif, galaanicha,

11 Warri Waaqayyo isaan fure ni deebiʼu.

12 “Kan isin jajjabeessu ana; anuma.

13 Ati kan Waaqayyo Tolchaa kee,

14 Boojiʼamtoonni hidhaman ariitiidhaan gad dhiifamu;

15 Ani Waaqayyo Waaqa kee,

16 Ani kan samiiwwan iddoo isaanii kaaʼe,

17 Yaa Yerusaalem, ati kan harka Waaqayyoo irraa,

18 Ilmaan isheen deesse hunda keessaa,

19 Balaawwan kunneen dachaadhaan sitti dhufaniiru;

20 Ijoolleen kee gaggabaniiru;

21 Kanaafuu yaa ishee miidhamte,

22 Waaqayyo Gooftaan kee,

23 Anis xoofoo sana harka warra si dhiphisan

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado

Estude este capítulo no WhatsApp

Peça à IA da Bíblia Fala para explicar Isaías 51, comparar traduções ou montar um estudo — tudo direto pelo WhatsApp.